Oromiyaa - oromiyaa.com

General Information:

Latest News:

Galmeen Mana waliin jireenyaa 40/60 Hagayya 6 - 17 tti turu itti fufee jira 16 Aug 2013 | 05:21 am

[Oromiyaa  09 12 2005]Galmee manneen waliin jireenyaa kanaaf Baankiin daldala Itiyoophiyaa qophii xumure har'a hojii idilee galmee kana Hagayya 6 - 17 tti turu eegaluusaa beeksise. Galmee kanarratti i...

Sagantaa Biqiltuu dhaabuu yaadannoo Ob.Mallasiin Oromiyaatti biqiltuun miliyoona 37 caalu dhaabame 16 Aug 2013 | 05:19 am

[Oromiyaa 09 12 2005]Sagantaa Biqiltuu dhaabuu yaadannoo Ob.Mallasiin Oromiyaatti biqiltuun miliyoona 37 caalu dhaabame Misooma magariisaaf mul'ata obbo Mallas qaban galmaan gahuuf waadaa seenne ni ha...

Meeshaaleen buufata xiyyaaraa Booletti miidhaa geessisuuf kaa'aman argame. 16 Aug 2013 | 05:17 am

[Oromiyaa  09 12 2005]Dilbata dabre buufata xiyyaaraa idila addunyaa Booleetti siliindaroonni qabatanii dhoo'an 2 akka argaman humni farra shoroorkaa poolisii Federaalaafi tajaajila nageenyaafi ragaa ...

Ijibtitti labsiin yeroo ariifachiisaa labsame,itti aanaan pirezdaantiis taayitaa gadilakkisan 16 Aug 2013 | 05:16 am

Humni waraanaa Ijibt tarkaanfii deeggaratoota Mohaammad Mursiirratti fudhate booda Mootummaan yeroo ce'uumsaa biyyattii labsii yeroo ariifachiisaa baatii tokkoof turu labsee jira. Kaleessa ganamarraa ...

Gootichi meedaaliyaa warqii argatte . 15 Aug 2013 | 03:38 am

Shaampiyoonaa Atileetiksii addunyaa 14ffaa Ruusiyaa Mooskootti dorgomamaa jiruun Itiyoophiyaan Mahaammad Amaaniin kaleessaa galgala meedaaliyaa Warqii 2ffaa argatte. Mahaammad fiigicha meetira 800 kan...

Faawundeeshinii Mallas Zeenaawiitiif har'a dhakaan bu'uraa kaa'ame 15 Aug 2013 | 03:36 am

[Oromiyaa  07 12 2005]Faawundeeshinii Mallas Zeenaawiitiif har'a dhakaan bu'uraa kaa'ame Faawundeeshinii ministira muummicha kanaan duraa obbo Mallas Zeenaawii dhiyeenya hundeeffameef har'a bulchiinsa...

Ministeerri Albuuda, Inveestimantii damee kanaaf haala mijaata uumuun bara baajata kana doolaara Ameerikaa miiliyoona 777 galii sassabuuf karoorfachuu... 15 Aug 2013 | 03:34 am

[Oromiyaa 07 12 2005] Ministeerri Albuuda, Inveestimantii damee kanaaf haala mijaata uumuun bara baajata kana doolaara Ameerikaa miiliyoona 777 galii sassabuuf karoorfachuusaa beeksise. Bara baajata d...

Dhakaan bu'uuraa Giddugala misooma magariisaa Mallas lafa heektaara 100 irratti ijaaramuuf har'a ka'ame. 15 Aug 2013 | 03:32 am

[Oromiyaa  07 12 2005] Dhakaan bu'uuraa Giddugala misooma magariisaa Mallas lafa heektaara 100 irratti ijaaramuuf har'a ka'ame. Yaadannoon du'a waggaa tokkoffaa obbo Mallas duudhaalee isaanii galmaan ...

Abbaan Taayita galiiwwaan fi Gumurukii Itiyoophiyaa damee bara 2005 birrii Biiliyoona 13 sassabe 15 Aug 2013 | 03:31 am

[Oromiyaa 06 12 2005] Abbaan Taayita galiiwwan fi Gumurukii Itiyoophiyaa damee Adaamaa bara baajata 2005 birrii Biiliyoona 13 galii sassabe. Bara baajata xumuramee kanatti dameen kun omisha galii fi b...

Itiyoophiyaan damee Manfaakichaaringirraa ji'a darbe kana sharafa doolaara Ameerikaa Miil.30.5 argatte. 15 Aug 2013 | 03:30 am

[Oromiyaa 06 12 2005] Itiyoophiyaan bara baajata 2005 damee oomisha Manufakchaaringiin gabaa alaaf ergiterra, sharafa biyya alaa doolaara Ameerikaa Miiliyoona 281 argatte jirti jedhame. Ministeera Ind...

Recently parsed news:

Recent searches: